Dhukkuboota daddabroo hin taanee fi namoota rakkisaa jiran keessaa tokko dhukkuuba Sukkaaraa ti. Dhukkuuba kana maaltu fida? wal'ansa qabaa? kanneenii fi gaaffilee ka biroof jaallanneen, ogeessa addaa kan waa'ee dhukkuuba sukkaaraa fi dhukkuuboota qaama keessaa biroo Dr Abduuraazaak Ahmad Hospitaala Xiqur Anbassaa ka Finfinnee Jirurraa dubbistee jirti.
Dhukkubni Sukkaaraa Maal’rraa Dhufa? Akkamitti To’atama?
- Jaallannee Gammadaa
Forum