Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hojjettoonni Tokkummaa Mootummootaa Finciltoota Huttii Kan Yamanan  Keessaan Butaman


FAAYILII- Konkolaataa Tokkummaa Mootummootaa Yaman eessatti, Guraandhala 12, 2024.
FAAYILII- Konkolaataa Tokkummaa Mootummootaa Yaman eessatti, Guraandhala 12, 2024.

Haala ifa hin taane keessatti to’annoo jala ooluu isaanii kan gabaafamee yoo ta’u qondaaltonni naannoo Sanaa kan maqaan isaanii akka ibsamnee gaafatantu Jimaata har’a dhaabata oduu Asoosheetid Preesitti hime. maqaan isaanii akka hin dhahamne kan gaafatanis gaazexeessitootaaf ibsa kennuudhaaf hayyama waan hin qabneef ta’u dubbatan.

Gareen mirga namoomaa tokko akka jedhetti namoonni gareelee gargaarsaaf hojjetanis to'annoo jala ooluu hin oolan. Hidhaan kun kan raawwatame yeroo warri Huuttii waraana Israa’el fi Hamaas gidduu walqabatee, Dooniiwwan guutuummaan Galaana Diimaa keessa jiran irratti xiyyeeffatanii eega turanii booda.

Hidhaa kana maaltu akka kakaase ifa ta'uu baatus, Gareen kun mormiidhaan tarkaanfii fudhachaa tureera. Finciltoonni kunneen haleellaa qilleensa irraa Yunaaytid Isteetisiin durfamee gaggeeffamuun kan ka’e namnoonni jalaa ajjeefaman lakkoobsaan dabalaa dhufuu fi waraana sivilii yaman keessaa namoota 150,000 ajjeesee fi balaa gargaarsa namoomaa geessise irraa kan ka’e, rakkoo dinagdee dabalaa dhufeera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG