Xurree ittiin seenan

Breaking News

Fedhasaa Shuumaa: Dargaggoo Jenereetara Ibsaa Ofiin Of Humneessuu fi Maashinoota Biroo Kalaqe


Fedhasaa Shuumaa: Dargaggoo Jenereetara Ibsaa Ofiin Of Humneessuu fi Maashinoota Biroo Kalaqe
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:37 0:00

Jenereetara humna ibsaa ofiin of humneessaa waggaa oliif turu kalaquu kan dubbate dargaggoo Fedhesaa Shuumaa, hojiiwwan kalaqaa 40 ol akka qabu Sagalee Ameerikaaf ibse. Jenereetera humna ibsaa ofiin of humneessaa waggootaaf dalaguu fi meeshaan laaboraatorii yaala fayyaa namaaf ooluu danda’u waggoota torba dura inni qopheesse ammallee gargaarsa fi deeggarsa gahaa waan hin arganne jedheef gara omishaatti seenuu dadhabuu isaa dubbata. Hojii gorsaa fi qorannaa akka hojjetan kan dubbatan Dookter Injiner Indaalee Abbebee, dargaggoonni kalaqa adda addaa qabanitti deeggarsi hanqachuun rakkoo fidaa deema jedhu. Galmoo Daawit dabalata isaa qopheesseera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG