Xurree ittiin seenan

Breaking News

Atleetonni Keeniyaa Maaraatoonii Ruwaandaatti Geggeeffame Ol Aantummaa Agarsiisan


Atleetonni Keeniyaa Maaraatoonii Ruwaandaatti Geggeeffame Ol Aantummaa Agarsiisan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:18 0:00

Dilbata kaleessaa atileetoonii Keeniyaa maaraatoonii Kiigaalii biyya Ruwaandaa irratti figameen olaantumaa isaani dhiraaf dubaraan kan agarsiisan yoo ta’u, atileetiin Itoophiyaa Masarat Ababaayewu sadarkaa lammaffaa baateetti. Maraatoonii Asmaraa Eertiraa irratti immoo Awet Habtee yaggu injifatu, atileet Sanbare Tafari ammoo fiigicha kiiloo meetira 10 magaalaa Niiw Yoorkitti adeemsifameen mo’atee jirtii.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG