Prezidaantiin duraanii Doonaald Tiraamp erga manni maree murtii uummataa galmee daldalaa kan sobaa maallaqa odeeffannoon icitii akka hin baane waliin wal qabateen itti murteessee booda yeroon hidhaa kan isaan mudachuuf jiru ta’uun ibsmee jira. Adeemsi seeraa kun duula filannoo isaanii fi carraa filannoo gara fuula duraa irratti shakkii uuma jedha gabaasi Tiinaa Tiriniih.
Doonaald Tiraamp Mana Hidaa Ni Seenuu? Xiinxaltoonni Maal Jedhu?
- VOA
Forum