Xurree ittiin seenan

Breaking News

Chaad Keessatti Hirmaannaan Dubartoonni Mootummaa Dhiheenya Hundeessame Keessaa Qaban Xiqqaadha, Jedhame


Chaad Keessatti Hirmaannaan Dubartoonni Mootummaa Dhiheenya Hundeessame Keessaa Qaban Xiqqaadha, Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:16 0:00

Bulchiinsa waraanaa Chaad, ka waggoota sadiitii booda mootummaa siivilii kan prezidaant Mehaammat Idiris Debii keessatti bakka-bu’umsi dubartoonni taayitaa mootummaa keessatti qaban xiqqaa dha, jechuun dubartoonni komee dhiyeessan. Dubartoonni kun torban darbe magaalaa galma mootummaa Chad Injaameenaa keessatti hiriira ba’uudhaan deemsa murtii keessatti hirmaannaan dubbartootaa akka guddaatu gaafataniiru. Gabaasa Moki Edwin Kindzeka, Tujubee tu dhiheessa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG