Waraanni gidduu galeessaa baha fi Awuurooppaa keessaatti taasifamu akkasumas dorgommii Yuunaayitid Isteetisi Chaayinaa waliin taasiftu filannoo pireezidaantummaa sadaasa dhufuu irratti eenyullee yoo moo’ate dhimmoota dippiloomaasii Yuunaayitid Isteetisi ta’anii itti fufu. Waayit Haawusitti hooggantuun biiroo Sagalee Ameerikaa Pastii Widaakuswaraa waa’ee Imaammata alaa kaadhimamtoota lamaanii Joo Baayidanii fi Doonaald Tiraamp dursa kennan irratti gabaasa ergite Mitikkuu Fiqaaduu tu dhiyyeessa.
Filannoo Prezidaantummaa Sadaasa Dhufuurratti Waraansi Giddu-galeessa Bahaa fi Awurooppaa Keessaa Dhimmoota Ijoo Tahuuf Jiru
- VOA
Forum