Xurree ittiin seenan

Breaking News

Galaana Handaara Yamanitti Doonii Daldalaa Tokko Irratti Haleellaan Raaw’atamuun Himame


Galaana diimaa naannoo ripxe loltoonni Hutii Yemen keessaa erga waggaa darbee qabee doonii irratti fuuleffatan keessatti dooniin daldalaa tokko haleellaan irratti raawwachuu dhaabbanni nageenya galaanaa beeksisee jira.Dhaabbanni Daldala Galaanaa Yunaayitid Kingidam Roobii har’aa akka jedhetti, dooniin kun doonii xiqqaa dheerinni isaa meetira 5 hanga 7 ta’een duubarraan rukutamuu isaa gabaasa argateera.

Dhaabbanni nageenyaa Ambreey akka jedhetti haleellaan kun magaalaa buufata doonii Yaman Hodee’idaa irraa gara kibba dhihaatti kiiloo meetira 125 fagaattee bakka jirutti akka raawwatame ibseera. Miidhaa irra gahe ilaalchisee wanti ibsame hin jiru. Warreen Hutii duulli haleellaa isaanii kan Galaana Diimaa fi Galoo Galaana Eden keessatti raawwatan, waraana Israa’elii fi Hamaas gidduutti gaggeeffamaa jiru gidduutti Falasxiinota Gaazaa keessa jiran waliin tumsa agarsiisuu dhaf jecha jedhu. Haleellaan kun dhaabbileen doonii daldalaa daandii dooniin irra deemu kan naannoo

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG