Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jijjiiramni Mirga Leellisuu Kan Awurooppaa Keessatti Mul'atu Karoora Baayiden Walga’ii G7 Irratti Dhiheessan Walxaxaa Taasisuu Mala

Jijjiiramni Mirga Leellisuu Awurooppaa Keessatti Mul'atu Karoora Baayiden Walga’ii G7 Irratti Dhiheessan Walxaxaa Taasisuu Mala
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:43 0:00

Yaa’ii biyyoota dureeyyii garee G-7 kan torban kana gaggeeffamaa jiru irratti, Pirezidaantiin Yunaaytid Isteetis Joo Baayiden qabeenya Raashiyaa ugguramee jiru irraa dhala argame tattaaffii waraanaa Yukireen gargaaruu irratti fayyadamuuf waliigaltee barbaadaa jiru.Kana malees,Qormaata addunyaa kanneen akka maallaqa bu’uuraalee misoomaa, sammuu namtolchee fi dandeettii Chaayinaan teeknooloojii magariisaa irratti qabdu furuuf tokkummaan akka jiraatu dhiibbaa taasisuu.Ta’uus garuu, jijjiiramni mirga leellisuu kan haala siyaasaa Awurooppaa keessatti mul'atu karoora Baayiden walxaxaa taasisuu danda'a jedha gabaasa Patsii Widaakuswaaraa Waayit Haawus irraa ergiite. Jaallanneetu dhiyeessa

Forum

XS
SM
MD
LG