Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gareen Ogeeyyii Qorannaa Geeggeessaniin Haadhotiin HIV Waliin Jiraatan Daa’ima Isaanii Harma Hoosisuu Danda’u, Jedhu

Gareen Ogeeyyii Qorannaa Geeggeessaniin Haadhotiin HIV Waliin Jiraatan Daa’ima Isaanii Harma Hoosisuu Danda’u, Jedhu
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:20 0:00

Gareen ogeeyyii fayyaa daa’immanii olaanaan kan Yunaaytid Isteetis, waa’ee dubartoota vaayrasii HIV waliin jiraatan, daa'imman isaanii harma hoosisuu irratti jijjiirama imaammataa guddaa taasisaa jira.Gama kaaniin, halkan halkan rakkoo Hirriiba dhabuu nama mudatuuf ogeeyyiin gorsa kennanii jiru. Mata duree laman irratti gabaasa ergamee Jaallanneetu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG