Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis fi Hoogganoonni Garee G7 Dhimma Yukireen, Dhimma Godaantotaa fi Dhimmoota Biroorratti Mari’ataa Jiran

Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis fi Hoogganoonni Garee G7 Dhimma Yukireen, Dhimma Godaantotaa fi Dhimmoota Biroorratti Mari’ataa Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:51 0:00

Prezidaantii Yunaayitid Isteets Joo Baayideni fi hoggantoonni biyyoottan dureeyii garee “G7” jedhamu jalatti gurmaawan, walgahii isaanii biyya Ixaaliyaa keessatti taasisa jiranu irratti waa’ee gargaarsa Yuukreen, waa’ee lola Gaazaa, waa’ee godaantotaa fi dhiibaa Chaayinaa irratti marii kamisa kaleesaa jalqaban jimaata har’as itti fufanii jiru. Sagalee Amerikaatii hogantuun biiroo Waayit Haawus Patsii Widaakuswara bakkaa walga’ichii taasifamaa jiru Borgoo Egnaziyaa irraa ergite gabaasaalee maddaawwan oduu gargara irra argamanii wajjin walitti makuudhaan Bafqaaduu Morodaa gabaasa qindeesee qabna.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG