Duula Filannoo Pireezidaantummaa Yuunaatid Isteetisiif taasifamuu irratti falmiin eeyyama meeshaa waraanaa hidhachuu Ameerikaanota adda qooduun isaa akkauma itti fufetti jira. Pireezidaanti Joo Baayiden meeshaalee waraanaa haleellaan Jumulaa itti raawwatamu irratti uggurri akka kaa’amu yommuu barbaadan dorgomaan isaanii Doonaald Tiraamp immoo Baayiden Abbootii meeshaa ykn qawweef isa heerri eeyyameef balaaf saaxilaa jiru jechuun komatu.
Dhimmi Hidhannoo Qawwee Duula Filannoo Yunaayitid Isteetis Irratti Dhimma Yaada Ameerikaanotaa Addaan Qoode Akkuma Tahetti Jira
- VOA
Forum