Xurree ittiin seenan

Breaking News

Caasaan Seera Eegsisuufi Kan Murtii-Haqaa Biyya Maalaawii Deemsa Ittisa Malaammaltummaa Danqaa Jiru, Jedhame

Caasaan Seera Eegsisuufi Kan Murtii-Haqaa Biyya Maalaawii Deemsa Ittisa Malaammaltummaa Danqaa Jiru, Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:43 0:00

Maalaawii keessatti jaarmaaaleen hawaasa Sivilii fi waajjirri farra malaammaltummaa caasaan seera eegsisuu fi murtii-haqaa biyyattii malaammaltummaa ittisuuf duula geggeessamu danqan jechuun komatan. Uummannis waaltaalee isaanii irraa amantaa dhabeera jedhu. Gabaasa Jamaal Piriins Lilongwee irra erge Bafiqaaduu tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG