Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hookkarri Amajjii Ja'aa Filannoo Prezidaantummaa Bara Kanaa Keessatti Qooda Ol Aanaa Qabaata


Hookkarri Amajjii Ja'aa Filannoo Prezidaantummaa Bara Kanaa Keessatti Qooda Ol Aanaa Qabaata
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:36 0:00

Hookkarri Amajjii Ja'aa Filannoo Prezidaantummaa Bara Kanaa Keessatti Qooda Ol Aanaa Qabaata

Amajjii 6 Bara 2021, gamoon mana maree Yunaaytid Isteetis ykn Kaapitol Hiil, deeggartoota Pirezidaantii yeroo sanaa Donald Trump kan filannoo bara 2020 irratti mo’amuu isaanii mormaniin haleelame. Walmorkii bara kana irra deebiin taasisan irratti Tiraamp fi Pirezidaanti Joo Baayiden lamaan isaaniiyyuu barumsa hokkara Amajjii 6 ta’e sana irratti duula gaggeessaa jiru jedha gabaasi Dora Mekouar.

Forum

XS
SM
MD
LG