Filannoo Pireezidaantummaa Yuunaayitid Isteetisi dhufuu keessatti filattoonni jara hojii hamaa hojjetan warra sammuu namtolcheetti fayyadamuun odeeffannoo sobaa uumanii dorgomtoota namoota siyaasaa baabsan fayyadan yokaan yokaan fedhii mootummoota biyyoota alaa tarkaanfachiisaniif saaxilamoodha. Gabaasa Ivaanaa Piidboorsikaan qophaa’ee fi Karooyiliin Priisutiin seeneffamme Mitikkuu Fiqaaduu tu dhiyyeessa.
Filannoo Pireezidaantummaa Yuunaayitid Isteetis Dhufu Keessatti Filattoonni Oduu Dharaaf Saaxilamoodha
- VOA
Filannoo Pireezidaantummaa Yuunaayitid Isteetis Dhufu Keessatti Filattoonni Jara Dorgomaa Tokko Fayyaduuf Sammuu Nam-Tolcheetiin Oduu Dharaa Uumaniif Saaxilamoodha
Forum