Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ministarri Raayyaa Ittisaa Isiraa’el Mariidhaaf Gara Waashingtanitti Imalanii Jiru

Ministarri Raayyaa Ittisaa Isiraa’el Mariidhaaf Gara Waashingtanitti Imalanii Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:24 0:00

Ministarri humna waraanaa Israa’eel waraana Gaazaa keessatti Hamaas waliin taasifamaa jirru Irratti marii taasiisuuf torban Kana keessa gara Waashingitanitti imalaniiru. Gareen gargaarsaa sadarkaa addunyaa immoo gama isaaniin, namoota halleellaa qilleensa irraan Israa’eel raawwatte irraa hafan deeggaruuf tattaaffii taasiisaa jiru. Miidhaa hanga ammaatti mul’atee hin beekne jechuunis ibsu. Gabaasa Araash Arabasaadii Sgalee Ameerikaaf erge Mitikkuu Fiqaaduu tu dhiyyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG