Dorgomaan filannoo pirezidaantummaaYunaaytid Isteetis Joo Baayiden fi mormituun isaanii Doonaald Tiraamp Kamisa dhufu wal arganii falmii gaggeessuuf jiru. Waraanni Yukireen keessaa gaaffilee imaammata alaa olaanaa ta’an keessaa tokko ta’a jedhamee eegama. Oduu gabaastuun sagalee Amerikaa Tatiyaanaa Vorozhkoo kaadhimamtoonni lamaan haala Yukireen irratti ilaalchi qaban akkamitti garaagarummaa akka qaban ilaalchisee gabaasa ergite Jaallannee tu dhiyeessa.
Forum