Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baqattoonni Sudaan Yugaandaa Keessatti Jireenya Haaraa Jalqabuuf Kan Danqaa Itti Tahe Rakkoo Afaanii Furachuuf Carraaqaa Jiru

Baqattoonni Sudaan Yugaandaa Keessatti Jireenya Haaraa Jalqabuuf Kan Danqaa Itti Tahe Rakkoo Afaanii Furachuuf Carraaqaa Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:41 0:00

Baqattoonni Sudaan Yugaandaa keessatti jireenya haaraa jalqabuuf yaalan, gufuuwwan gurguddoo keessaa tokko danqaa afaanii ti. Namoota ji'oota darban keessa dhufan 40,000tti tilmaamaman keessaa muraasni ogummaa Ingiliffaa murtaa’e kan qaban yoo ta’u, hojii qabachuuf ykn hawaasa Yugaandaa keessa salphaatti socho'uuf gahaa hin miti. Gareen dubartoota humneessuu kan Yugaandaa keessatti argamu tokko sana jijjiiruuf yaalaa jira. Haalimaa Atuumaanii fi Mukaasaa Firaansis gabaasa ergan qophii dubartootaa fi maatii kan har’aaf qindeessinee jirra.

Forum

XS
SM
MD
LG