Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baqataa Somaaliyaa Mooraa Baqattootaa Keessatti Beekumsa Dijitaalaa Barsiisaa Jiru

Baqataa Somaaliyaa Mooraa Baqattootaa Keessatti Beekumsa Dijitaalaa Barsiisaa Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:34 0:00

Mohaamed Maataan eega hookkora Soamaaliyaa keessa jiru baqatee moraa baqattootaa Keeniyaatti argamuu Dadaabiin seenee booda qormaata hedduu moraa baqatootaa keessattii babalachaa jiran keessa darbe. Yeroo ammaa dargaggootaa baqataa ta’aniif mooraa baqatootaa keessa jiran beekumsa dijitaalaa barsiisaa jira. Gabaasaan VOA Ahimed Huseen quubsama baqatootaa Dagahleey kessaatti argamuudhaan waa’ee hojii isaa haasofsiisee jira

Forum

XS
SM
MD
LG