Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hirmaatonni Gumii Nageenyaa Naannoo Amaaraa Keessatti Taasifamee Kanneen Rakkinaa Nageenyatin Walqabatee Hidhaman Akka Hiikaman Gaafatan


FAAYILII - Magaala Baahir Daar
FAAYILII - Magaala Baahir Daar

Hirmaatonii gumii nageenyaa naannoo Amaaraa keessatti taasifamee, hogantoota Siyaasaa, Gaazexesoota, beektootaa fi namoottan adda adda rakkinaa nageenyaa naanicha keessa jiruun waqlqabatee hidhamanii jiran akka hikaman Ibsa waloodhaan baasan keessatti gaafatanii jiru.

Walgahii guyaa lamaaf magaalaa Baahir daar keessatti taasifamee irratti namootta hirmaata ibsii waloodhaan baasan akka jedhetti, tarkaanfiin namoottan sana hiikuu sochii naanicha keessatti nageenyaa buusuuf taasifamuuf kan gargaaruudha.

Waa’ee hidhamtoota hiikuu irraati namoottan hirmaataniifi mootummaa naanichaa giduutii waligalteen jiraachuu isaa irratti wantii ifatti ibsame hin jiru.

Naanoo Amaaraatii Darekteeraa Komishiinii mirgaa namoonaa Itiyoophiyaa kan ta’an Dokteer Alemu Mihiretee Ibsii akkanaa gaafii Komishiiniichi dhiheesaa tureen kan walsimaatuudhaa jechuu isaanii Asteer Misgaanaawu Bahhir daar irraa gabaastee jirt

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG