Xurree ittiin seenan

Breaking News

Falmiin Kaadhimamtoota Prezidaant Baayidenii fi Doonaald Tiraamp Kan Waggoota Afurii Duraa Maal Fakkaata Ture?


Falmiin jalqabaa filannoo pirezidaantii Yunaaytid Isteetis kan bara 2024 Kamisa Har’aa gaggeeffama. Garuu lamaanuu yeroo jalqabaaf kaadhimamaa wal falman miti. Gaazexeessituun gameettiin sagalee Amerikaa Kaarooliin Presutti, falmii Pirezidaantii Joo Baayiden fi Pirezidaantii duraanii Doonaald Tiraamp gidduutti taasifamu ilaalchisee waan argamee fi dhagahame ilaalchisee ragaalee tokko tokko argachuuf bara 2020 duubatti deebi'uun ilaaltee jirti. Jallanneetu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG