Kaadhimamtoonni Pireeziidantummaa Yuunaayitid Isteetisiif dorgoman Joo Baayideenii fi Doonaald Tiraampi filannoo isa bara kanaaf falmii isaanii isa jalqabaa Kamisa har’aa taasiisuuf jiru. Gabaastuun Sagalee Ameerikaa Kala Yuu falmii Atilaantaatti taasifamu kana irraa maaltu akka eegamu gabaasa ergite Mitikkuu Fiqaaduu dhiyyeessa.
Forum