Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jiraattonni Aanaa Darraa, Gandoota Tokko Tokko Keessatti Halellaan Hidhattootaan Nurratti Geggeessamaa Jira, Jedhu

Jiraattonni Aanaa Darraa, Gandoota Tokko Tokko Keessatti Halellaan Hidhattootaan Nurratti Geggeessamaa Jira, Jedhu
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:52 0:00

Jiraattonni godina Shawaa Kaabaa Aanaa Darraa gandaawwan tokko tokko keessa jiraatan haleellaa hidhatootaan nurratti raaw’atamaa jiru, jedhaniin naannoo isaanii gadi lakkisanii baqachaa akka jiran Sagalee Amerikaatti himanii jiru. Bulchaan Godina Shawaa Kaabaa haleellaa naannoo sanatti taasifamaa jiruuf garee hidhatootaa Fannoo fi Waraana Bilisummaa Oromoo itti gaafatamtoota taasisan. Tsahaay Daamxoo gabaasa dabalataa qabdi.

Forum

XS
SM
MD
LG