Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dorgommii Fiigichaa “Mechaal Itiyoophiyaa fi Waancaa Awurooppaa Marsaa 17ffaa

Dorgommii Fiigichaa “Mechaal Itiyoophiyaa fi Waancaa Awurooppaa Marsaa 17ffaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:00 0:00

Dorgommii fiigicha daandii kiloomeetira 10n Kilaiin Mechaal qopheesse Sanbata darbe kaayyoo ”Mechal Itoophiyaa” jedhuun gageeffamee jira. Gama biraatiin Waancaan Awurooppaa marsaa 17faa taateewwan qalbii hawatan garagaraa keessumeessaa jira. Biyyi Xaaliyaanii injjiffatamuu isheettiin nusa xumuraatiif ottoo hindarbiin haafte. Ingiliziin immoo carroomtee Islovaakiyaa mo’achuun garaa marsaa ittii anuuttii dabartee jirti.

Forum

XS
SM
MD
LG