Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhukkubni Midhaan Tortorsu Oomisha Jijinbilaa Naayijeeriyaan Galii Guddaan Ittiin Argattu Miidhee Jira

Dhukkubni Midhaan Tortorsu Oomisha Jijinbilaa Naayijeeriyaan Galii Guddaan Ittiin Argattu Miidhee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:26 0:00

Biyyi Nayjeeriyaa adduunyaa irratti biyyoottan oomisha jijinbilaatiin dursa irra jiran keesaa ishee tokko. Tahus, dhukubni dhiheenya ka’e fi oomishicha totorsu akka biyyatiin galii Doolaara miliyoonaan lakkawamu dhabdu taasisee akka jiru ibsa gabaasaan Timootii Obiizuu Naayjeeriya irraa VOA dhaaf erge. Nugusuu Taamreetu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG