Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sirni Badhaasa Haacaaluu Hundeessaa Marsaa Sadaffaan Sanbata Dabre Geggeessame

Sirni Badhaasa Haacaaluu Hundeessaa Marsaa Sadaffaan Sanbata Dabre Geggeessame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:59 0:00

Sirni Badhaasa Hacaaluu Hundeessaa marsaa sadaffaan Sanbata darbe Magaalaa Finfinneetti taasifamee jira. Namoota fi qaamolee muuziqaa Oromoo guddisuuf dhimmaman jajjabeessuu kaayyoo godhatee kan hundeessame badhaasa kana ramaddiiwwan adda weellistootni fi muuziqeessitooti hojii isaaniin filataman fudhatanii jiru. Haati warraa Artiisti Hacaaluu Hundeessaa fi hoji-gaggeessituun Faawundeeshinii Hacaaluu Hundeessaa Faantuu Demissee ‘Ammas ajjeechaa Hacaaluuf “Haqi Dhugaa” haa kennamu jechuun sirnicha irratti gaafattee jirti. Galmoo Daawit sirna badhaasaa kanaa irratti argamee qophii qindeesse qabna.

Forum

XS
SM
MD
LG