Wixata dheegadaa dhimma prezidaantii duraanii Donald Traamp Irratti murtoo manni murtii Olaanaan biyyatii kenne ilaalchisee Prezidaant Joo Baayiden qeeqa dhiheessanii jiru. Gama biraatiin murtoon mana murtii kun gochaa Doonald Tiraamp filannoo bara 2020 keessa seenuudhaaf raaw’atan irratti himanna dhihaate hin haqine. Dooraa Mekuwaar dhimma kana irratti gabaasaa qopheessite Befeqaaduu tu dhiheessa.
Doonaald Traamp Ilaalchisee Murtiin Manni Murtii Tibbana Dabarse Hagam Dorgommii Filannoo Prezidaantummarratti Dhiibbaa Fida?
- VOA
Forum