Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yaa’ii NATO Yunaaytid Isteets Keessummeessitu Irratti Nageenyi Yukireen fi Haalli Indoo-Paasifiikii Xiyyeeffannoo Ta'aniiru


Yaa’ii NATO Yunaaytid Isteets Keessummeessitu Irratti Nageenyi Yukireen fi Haalli Indoo-Paasifiikii Xiyyeeffannoo Ta'aniiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:14 0:00

Hooggantoonni NATO yaa’ii isaanii torban dhufu keessa Waashingitanitti gaggeessuuf jiranirratti Yuukireen miisensaa NATO karaa itti ta’uu dandeessu kan ariifachiisu irratti ni marii’atu jedhamee eegama. Yaa’icharratti Waraana Raashiyaan Yuukireen irratti taasisaa jirtuu fi Rakkoowwan naannoo Gaalana hindii akkasumas Paasifikii keessatti yaaddoo nageenyaa ta’anirrattis ni mariita. Ministira haajaa alaatti hoogganaan biiroo Sagalee Ameerikaa Naayik Chiing gabaasa erge kan Eliizaabeet Cheerneefiin dubbifame Mitikkuu Fiqaaduu dhiyyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG