Hogganaan paartii Leeber(Keir Staamar paartiin isaanii injifannoo guddaa erga argatee booda, mummicha ministeera Briteen ta’anii jiran. Paartiin isaanii eega injiifatee booda, haasaawaa jalqabaa dageesisaniinis uummataan ergaman qabu kan guutuummaa biyyatti haareessuu irratti kottaa dabalamaa jedhan.
Hojiin jijjiramaa amma jalqaba, mootummaa kootti deebitanii amantii akka horattan taasiifna jechuun deggertoota ofiif ibsan. Kun Staamar injifatamuu hamaan erga isaan mudatee wagga shan ituu hin guutiin, paartii isaanii hogganuun gara mootummaatti deebi’uu akka danda’uu taasiisan.
Garu paartiin Leebeer hojii guddaa kan dinagdee jijjiirama fiduu dadhabe haareessanii jajjabeesuun uummatatti immoo hamilee horuutu isa eeggata.Hogganaan yaada irratti cichiitootaa Rishi Sunaak sirna gaggessaa isaanii irratti haasawaa dhageesisaniin, mufannaa kanneen sagalee kennanii nan hubadha. Kufaatii mudateef itti gaafatama nan fudhadha jedha. Sana booda masaraa Baakiighaam Paalaas deemuudhaan aangoo gadhiisuu isaanii Mootii biyyatti, Charlas isa 3ffatti dhiyeessan.
Forum