Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimmi Dorgommii Prezidaantummaa Itti Fufuu fi Dhiisuu Prezidaant Baayiden Akkuma  Gaaffii Kaasetti Jira


Dhimmi Dorgommii Prezidaantummaa Itti Fufuu fi Dhiisuu Prezidaant Baayiden Akkuma  Gaaffii Kaasetti Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:59 0:00

Dhimma umurii isaaniitiin kan ka’ee dandeetiin egeree biyyaa bulchuu Prezidaant Joo Baayiden yommuu gaafii kaasaa jiru kanatti, irra-deebi’anii filatamuunii prezidaantichaa fi dorgomii dhiisuun isaanii miidhaan inni qabu dubii torban kanaa ta’ee jira. Sagalee kennitoonni paartii Dimokraatotaa deggeran hangi tokko, yaadoo qabatanus kanneen ammayyuu isaan degeranus hedduudha. Dhimma kana irratti gabaasini Veeronikaa Baaldaraas Igiliisiyaas qopheesite Bafiqaaduu tu dhihessa.

Forum

XS
SM
MD
LG