Xurree ittiin seenan

Breaking News

Miseensonni NATO Waa’ee Egeree Siyaasaa Baayiden Yaaddoo Hin Qaban, Jedha Waayit Haawus

Miseensonni NATO Waa’ee Egeree Siyaasaa Baayiden Yaaddoo Hin Qaban, Jedha Waayit Haawus
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:44 0:00

Pirezidaant Joo Baayiden torban kana keessaa Yaa’ii hooggantoota biyyoota miseensoota NATO Waashingitanitti geggeessamu isa dhimma egeree ittissa Yuukireen karoora jedhamee eegamu simachaa jiru. Akka Taajjabdoonni tokko tokko jedhanittimmoo Tiraamp filannoo sadaasa dhufuu irratti yoo moo’ate itti fufinsa qabaachuu isaarraa shakkii qabu. Gabaasa Anitaa Paawul Waayit Haawus irraa ergite Mitikkuu Fiqaaduu tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG