Xurree ittiin seenan

Breaking News

Maatii Lammiilee Itiyoophiyaa Waggoota 38 Yukireen Keessa Jiraatanii Sababaa Waraansaan Ijoollee Isaanii 3 Waliin Gara Jarmaniitti Baqatan


Maatii Lammiilee Itiyoophiyaa Waggoota 38 Yukireen Keessa Jiraatanii Sababaa Waraansaan Ijoollee Isaanii 3 Waliin Gara Jarmaniitti Baqatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:28 0:00

Bara gamataa Sooviyeet ture sana carraa barnootaa arggachuun gara biyyaa Yuukreeni kan imalan Dr. Girmaa Indaala fi haati warraa isaanii Dr. Etetu Yaayeh waggootan 38 darban Yuukreen , magaalaa Haarkaaf keessa jiraatan. Ijjoolee durbaa saddis achumatti horatanii guddifatan. Garuu waraansa Raashiyaan Yukreen irrattii geggeessite irraa kan ka'e, maatiin guutuun achii baqatanii ba'anii yeroo ammaa Biyyaa Jarman, magaalaa Stutgaart keessa jiraatu. Kan biyya Yukireen keessatti bandii muuziqaa dhaabbatanii weellisaa turan ijollee isaanii durbaa sadeenis, Jarmanii keessatti wallee isaanii itti fufanii jiru. Addunyaan loola caalaa nagaa labsuttuu irraa jira - jedhu Dr. Girmaa fi maatiin isaanii. Gabaasaan keenyaa Eebbissaa Naggassaa hojiif gara Jarmanittii imale tu maatii kana dubbise.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG