Xurree ittiin seenan

Breaking News

KFOn Walitti-bu’insi Itiyoophiyaa Keessaa Mariin Akka Furmaata Argatu Mootummaan Tarkaanfii Qabaamaa Agarsiisuu Qaba, Jedhe

KFOn Walitti-bu’insi Itiyoophiyaa Keessaa Mariin Akka Furmaata Argatu Mootummaan Tarkaanfii Qabaamaa Agarsiisuu Qaba, Jedhe
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:45 0:00

Paartiin mormituu KFO walitti bu’iinsi biyyattii keessatti mulachaa jiru marii karaa nagaatiin furmaata Akka argatu mootummaan itti gaafatamuummaa isaa bahuu qaba jechuun ibseera. Dura taa’aan paartichaa piroofeesar Mararaa Guddinaa fi dubbi himaan paartichaa Obbo Sulxaan Qaasim akka jedhanitti nagaan akka bu’uuf mootummaan waan qabatamaa agarsiisuu qaba. Dubbii himaan mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Hayiluu Adduunyaa gama isaanitin nagaa buusuuf hojjeechaa Jirra jedhan. KFOn qeeqa malee sochiin nagaa buusuuf taasise hin jiru, jechuun qeeqan.

Forum

XS
SM
MD
LG