Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yaaliin Ajjeechaa Prezidaantii Yunaayitid Isteetis Duraanii Donaald Traamp’rratti Aggaamame Filannoo Biyyatiirratti Dafoo Maalii Qabaata?


Yaaliin Ajjeechaa Prezidaantii Yunaayitid Isteetis Duraanii Donaald Traamp’rratti Aggaamame Filannoo Biyyatiirratti Dafoo Maalii Qabaata?
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:20 0:00

Yaaliin ajjeechaa Sanbata darbe kan kaadhimamaa pirezidaantii Rippabilikaan ta’uu danda’an, prezidaantii Yunaayitid Isteetis duraanii Doonaald Tiraamp irratti raawwatame fashaluu hordofuun, taateen sun filannoo dhufaa jiru irratti akkasumas siyaasaa biyyatti irratti daafoo maalii akka qabaatu, hayyuu falaasama siyaasaa, Dr. Alamaayyoo Birruu Jaalllanneen dubbistee jirti. Haala Sanbata dabre uumamee ilaalchisee kan dubbataniin jalqabna.

Forum

XS
SM
MD
LG