Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Keeniyaa Appii Bilbila Mobaayilaa Fayyadamuun Ijoollee Durbaa Waa’ee Fayyaa Laguu Ji’aa Barsiisaa Jira


Mootummaan Keeniyaa Appii Bilbila Mobaayilaa Fayyadamuun Ijoollee Durbaa Waa’ee Fayyaa Laguu Ji’aa Barsiisaa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:31 0:00

Mootummaan Keeniyaa Appilikeeshinii yokaan Appii mobaayilaa haaraa fayyadamuun, shamarran waa'ee fayyaa laguu ji’aa barsiisaa jira. Karaa appii "Oky Kenya" jedhamuu kanaa, fayyadamtoonni odeeffannoo qulqullina qaama ofii eeggachuu fi mata dureewwan biroo argachuu danda'u. Galmi isaas sheekkoo fi yaada dogoggoraa waa'ee laguu ji’aa irratti mul'atu dhabamsisuun shamarran ulfa umriin isaanii ituu hin ga'iin mudatuu eegachuu dha.Victoria Amunga Naayiroobii irraa kan gabaastee Jaallannee tu dhiyeessa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG