Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itti-aanaa Traamp Tahuun Kan Filannoo Dhufurratti Dorgomuuf Jiran Jeedii Vaans Imaammata Alaa fi ka Nageenyaarratti Haasawa Taasisan 


Itti-aanaa Traamp Tahuun Kan Filannoo Dhufurratti Dorgomuuf Jiran Jeedii Vaans Imaammata Alaa fi ka Nageenyaarratti Haasawa Taasisan
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:26 0:00

Itti aanaa pirezidaantii Rippabilikaanootaa ta’uun kan Kaadhimamaan J.D. Vaans walgahii halkan sadaffaa qabatee kan paartichaa irratti Robii kaleessaa waltajjiitti dhihaachuun haasawa taasisanii jiran. Doonaald Tiraampiif itti aanaa ta’uun kan dorgooman Vaans imaammata alaa fi nageenya irratti mala “America First" yokaan Amerikaan haa dursiitu jedhu fudhatan. Walgahii paartii Ripaablikaanootaa kana hordoofaa kan jirtu Kaatireen Jiipsan Milwaakii, Wiskaansen irraa gabaasaa ergite Jaallannee tu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG