Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Joo Baayiden Vaayirasii KOOVID 19'n Qabamuun Himame 


Pireezdaant Joo Baayiden buufata xiyyaaraa magaala Laas Veegaasiitti, Nevaadaa, Adoolessa, July 17, 2024.
Pireezdaant Joo Baayiden buufata xiyyaaraa magaala Laas Veegaasiitti, Nevaadaa, Adoolessa, July 17, 2024.

Pireezidaantichi Roobii kaleessaa filattoota Laatiinoof Laas Veegasiitti haasa taasiisuuf karoora qabatanii kan turanii fi haquu isaanii Waayiit Haawuus kan beeksiise. Pirees Sekireetariin Waayit Haawuus Kariin Jaanpiir Roobii kaleessaa galgala Dover, kutaa Deloweer akka seenanii fi adda of baasnii akka jiranii fi hojii isaanii guutummaa guuttuutti hojjetus jetteetti. Waayit Haawus haala Pireezidaantichaa irratti odeeffannoo akka qooduus himteetti.

Pireezidaanti Joo Baayideen Vaarirasii Koovid 19 ‘n qabamuu isaanii jalqaba kan beeksiise biyyattii keessatti dhaabbata bu’aaf hin hojjenne kan mirga Laatiinotaaf falmu “UNIDOS US” dha.

Forum

XS
SM
MD
LG