Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haasaan Doonaald Traamp Xumura Yaa’ii Paartii Rippaabilikaaniirratti Taasisan Akkamitti Xiinxalama?


Haasaan Doonaald Traamp Xumura Yaa’ii Paartii Rippaabilikaaniirratti Taasisan Akkamitti Xiinxalama?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:25 0:00

Filannoo Pieezidaantii Ameerikaa kan bara 2024 ji’a sadaasaa dhufutti taasifamuuf jiruuf Paartiin warra Rippaabulikaanii yaa’ii isaanii biyyaaleessaa guyyoota Afurriif Kutaa Wiskansan , Miilwakiitti gaggeessa turan guyyaa kaleessaa xumuraniiru. Pireezidaantiin Ameerikaa duraanii Doonaald Tiraamp kaadhimamaa pireezidaantii paartii warra Rippaabilikaanii ta’uun yaa’ii kana irratti kan filataman Kaleessa galgala haasaa isa xumuraa yaa’icha irratti taasisaniiru. Haasaan Pireezidantii duraanii Doonaald Tiraampi kun isa kanaan duraarra yommuu ilaaltan akkamiin xinxaaltu jechuun Dr, Heenook Gabbisaa Ogeessa Seeraa Waashingitanirraa akkasumas Piroofesar Mahaamad Xaahiroo Teeksaas Kolleejjii Koolinsitti barsiisaa kan ta’an gaafanneerra.

Forum

XS
SM
MD
LG