Xurree ittiin seenan

Breaking News

Maatii Lammiilee Itiyoophiyaarraa Yukireenitti  Kanneen Dhalatanii Guddatan Obboleeyyan Sadii Jarmaniitti Baqatanii Bayyanachuu Yaalaa Jiran

Maatii Lammiilee Itiyoophiyaarraa Yukireenitti Kanneen Dhalatanii Guddatan Obboleeyyan Sadii Jarmaniitti Baqatanii Bayyanachuu Yaalaa Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:04 0:00

Maatii dhalatoota Itoophiyaa irraa kan dhalatan obboloowwan dubbartoota sadii sababa weerara Raashiyaa Yukreenii irraattii taasisteen Baqatanii biyyaa Jarman Jiraatuu. Obboollawwan kun garee muziqaa FOSHO hunddeessun beekamtii argataniruu. Biyya dhalatanii guddatan irraa goodaananis amma haala gaarii irraa akka jiran dubbatu. Eebbissaa Naggassaa biyya Jarmanitii argamun dubbise.

Forum

XS
SM
MD
LG