Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waldaa Walgargaarsaa Maccaa fi Tuulamaa, Kaleessaa fi Har’a

Waldaa Walgargaarsaa Maccaa fi Tuulamaa, Kaleessaa fi Har’a
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:39 0:00

Waldaan wal gargaarsa fi misooma Maccaa Tuulamaa hojilee deeggarsa namoomaa garaa garaa irratti hirmaachuun namoota rakkoo namtolchee fi umamaatin miidhaman deeggarsa taasisaa ture ammas taasisaa jira jedhan pirezdantin waldichaa obbo Dirribii Damusee. Waldaan kun siyaasa irraas bilisa kan jedhan obbo Dirribiin dargaggoon miseensa waldichaa ta’uun waldicha akka jajjabeessan gaafataniiru .Waldaan kun erga hundeeffamee waggoota 60 lakkoofsisera. Tsahaay Daamxoo tu gabaase

Forum

XS
SM
MD
LG