Xurree ittiin seenan

Breaking News

Leenjistoonni Shubbisa Aadaa Oromoo Deggersa Dhabuu Himatan

Leenjistoonni Shubbisa Aadaa Oromoo Deggersa Dhabuu Himatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:59 0:00

Shubbisnii Aadaa kan sirboota Afaan Oromoo amma kana irraanfatamaa jira jechuun leenjistoonni Shubbistootaa himan. Leenjisaa Shubbisaa Abbaa Shaggee fi Abbebee Tolasaa, Shubbisa Aadaa Oromoo dhiyeenya kana sababa sochiiwwan hawwisoo godinaalee Oromiyaa dadhabuurraa kan ka’e ofii isaanii shubbistoota leenjisaa akka jiran himanii, ammatti mootummaa dabalatee qaamonni dhimmichi ilaallatu hojii shubbisaa kana dagachuu himan. Leenjistoonni kunneen qaamni dhimmi ilaallatu, shubbisa aadaa Oromoo kana kufaatii rraa akka oolchu gaafatanii jiran. Biiroon Aadaa Fi Tuurizimii Oromiyaa dhimmicharratti deebii kennee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG