Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dubartoonni Aangoolaa Sababaa Caamaan Abbootiin Warraa Isaanii Dhiisanii Deeman Rakkoo Hamaa Keessa Jiran

Dubartoonni Aangoolaa Sababaa Caamaan Abbootiin Warraa Isaanii Dhiisanii Deeman Rakkoo Hamaa Keessa Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:23 0:00

Kutaa Angoolaa gama kibbaa keessatti dubartoonni sababa caama waggootaaf naannoo sana miidhee jiruun abooti warraa isaanii, manatti isaan dhiisanii deemuu dubbatu. Amma dubartoonni kophaa isaanii ijoollee isaanii nyaachisuuf carraaquun dirqama itti tahee jira. Kan Israa’el Kaampos dubartoota haala qilleensa hamaadhaan miidhaman tokko tokko daawwattee gabaase Jaallanne Gammadaa tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG