Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kan Haaris Dorgommii Prezidaantummaaf Itti-aanaa Godhanii Filataan Woltis Hariiroon Chaayinaa Waliin Qaban Gaaffii Irratti Kaasisaa Jira  

Kan Haaris Dorgommii Prezidaantummaaf Itti-aanaa Godhanii Filataan Woltis Hariiroon Chaayinaa Waliin Qaban Gaaffii Irratti Kaasisaa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:07 0:00

Paartii warra Dimookiraatootaatti kaadhimamaan itti aanaa Pireezidaantii Tiim Wiltis yoo filatame hariiroo Chaayinaa waliin qabu hojiin beeksiisuu hin oolu. Dhimmoota murteessoo ta’an akkasii irratti ejjennoon isaa maalii? Akkasumas Beejiing akkamitti isa hubatti? Kanarratti namoonni yaada kennan qabu. Gabaasa Anitaa Paawelii fi Paaris Haang Waashingitanirraa Sagalee Ameerikaaf qopheessan Mitikkuu Fiqaaduu dhiyyeessa.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG