Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yaahiyaa Sinwaar Hoogganaa Hamaas Tahuun Waraansa Giddu-galeessa Bahaa ni Gabaabsa Moo ni Dheeressa?

Yaahiyaa Sinwaar Hoogganaa Hamaas Tahuun Waraansa Giddu-galeessa Bahaa ni Gabaabsa Moo ni Dheeressa?
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:35 0:00

Yaahiyaa Sinwaar hoogganaa Hamaas ta’uun erga muudamanii booda, waliigaltee lola dhaabiinsaa gama ilaaleen abdiin jiru xiqqoo akka tahetti ilaalti, Isiraa’el. . Sinwaar hoogganoota isa dura ture caalaa ejjnnoon amantii isaa fiinxaalessa, jetti. Gabaasaa Linda Gradstein Jerusalem irraa ergite Tujubetu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG