Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yaddoon Daa’imman Hojiif Mindeessuu Jiraatus,  Daa’imman Kameroon Hojii Daldala Daandii Irratti Bobba’uun Ibsame

Yaddoon Daa’imman Hojiif Mindeessuu Jiraatus,  Daa’imman Kameroon Hojii Daldala Daandii Irratti Bobba’uun Ibsame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:10 0:00

Kaameeruun keessatti Daa’imman hangi tokko maatii isaaniif galii argamsiisuuf jecha yeroo Gannaatti daandii irratti waantoota gurguruun dabarsu. Mootummaan immoo gama isaan maatii humna daa’iimmanii qisaasanii fi balaawwan biroo saaxilu jechuun akeekkachiiseera. Gabaasa Jodzekaa Danhatu, Kaameeruun Buu Irraa ergeeru Mitikkuu Fiqaaduu dhiyyeessa

Forum

XS
SM
MD
LG