Xurree ittiin seenan

Breaking News

Seeronni Imaammata Haqa Ce’umsaa Itiyoopiyaa Maal Fidanii Dhufu

Seeronni Imaammata Haqa Ce’umsaa Itiyoopiyaa Maal Fidanii Dhufu
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:15 0:00

Ityoophiyaatti Imaammata haqa cee’umsaa hojii irra oolchuuf wixineen seeraa qophaa’aa akka jiru ministirri haqaa beeksiiseera. Haala qabatamaa amma Itiyoophiyaa keessa jiruun seera kana hojii irra oolchuun ni danda’amaa? Waan jedhu irratti Mitikuu Fiqaaduu Xiinxaltoota dubbisee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG