Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhukkuuba Yaaddoo Uumaa jiru - Empaaks (Mpox)

Dhukkuuna Yaaddoo Uumaa jiru - Empaaks (Mpox)
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:24 0:00

Dhukkuuna Yaaddoo Uumaa jiru - Mpaaks (Mpox)

Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa (WHO)n torban dabree Rippabiliika Dimookiraatawaa Koongoo (DRC) fi biyyoota Afrikaa biroo keessatti lakkoofsi namoota Empaaksiin qabamanii dabalaa dhufuun dhukkubii kun balaa fayyaa hawaasaa kan hatattamaa akkasumas yaaddoo idil-addunyaa ta’uu murteessee jira. Empaaks ilaalchisee qorataa dhukkuboota daddabroo fi daddbroo hin taanee kan ta'an Dr. Jamaal Hasan Jaallanneen haasoofsiiftee jirti.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG