Xurree ittiin seenan

Breaking News

Obbo Taayyee Danda’aa Har’a Mana Murtiitti Dhiyaatan

Obbo Taayyee Danda’aa Har’a Mana Murtiitti Dhiyaatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:41 0:00

Deetaa Ministeera Nagaa Ityoophiyaa duraanii kan turan obbo Taayyee danda’aa harra mana murtii walii galaa federaalaati dhiyaataniiru. Obbo Taayyeen, harra dhaddacha mana murtii walii galaa Federaalaa Siddisti Kiiloo jirutti argamuun mirga wabii kan gaafatan yoo tahu, manni murtiis gaafii mirga wabii isaanii kana irratti murtee kennuuf ture torban dhufutti dabarsee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG