Walitti dhufeenyii Somaaliyaa fi Ityoophiyaa gidduu jiru seenaa biyyoottan lammanii keessaatii haalaa ulfaataa keessa darbaa kan as gaheedha. Sababa waldhabdee daangaatiin kan ka’e biyyoottan lamman bara 1964 fi 1977 wal waraansa keessa seenanii turan. Ji’aa Amajjii darbee keessa wali galteen bulchiinsa Somaalii laand fi Itiyoophiyaa gidduutti taasifame walitii dhufeenyi biyyoottan lamman giduu jiru akka hadhaa’u taasiseera. Dhimma kana irratti gabaasa Haruun Maaruufii fi Asmaamawu Ayenewu qopheessan Tuujubee Horaatu dhiheessa.
Forum