Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yoo xiqqaate Itiyoopiyaan Ulaa Galaanaa 10 Barbaaddi- Ministeera Dhimma Alaa Jabuutii

Yoo xiqqaate Itiyoopiyaan Ulaa Galaanaa 10 Barbaaddi- Ministeera Dhimma Alaa Jabuutii
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:45 0:00

Yoo xiqqaate Itiyoopiyaan Ulaa Galaanaa 10 Barbaaddi- Ministeera Dhimma Alaa Jabuutii

Bara 1991 Itiyoophiyaan ulaa galaanaa erga dhabdee lafaan marfamtee kaasee, mariin waa’ee qaqqabummaa galaanaa irratti taasifamu dhimma biyyaalessaa guddaa ta’ee ture. Muummichi ministeera ammaa Abiy Ahimad bara 2018 aangoo yeroo qabatan dhimma kana ol kaasanii dubbatan. Gabaasa Haaruun Maaruuf qopheessee Jallanneetu dubbisa.

Forum

XS
SM
MD
LG